Read The Best Mammaaksa Afaan Oromoo 2024
Explore The best of mammaaksa afaan oromoo hiika isaa waliin These potent gems of language, passed down through generations, carry the essence of Oromo culture, guiding morals, navigating conflict, and celebrating life’s triumphs.
More than 60 Mammaaksa afaan oromoo durii
AFAAN OROMOO
This is more content you can explore about about afaan oromoo
All information about translate afaan oromoo and how to deal with google translate to improve oromoo language on translation services
Best walalo jaalalaa afaan oromoo and walaloo barumsaa
oduu haaraa daily news ethiopia with afaan oromoo language
Best mammaaksa afaan oromoo hiika isaa waliin 2024
Oromo elders, known as Abba Muda and Yaya Qallo, are living repositories of their people’s history and traditions. With wrinkled faces weathered by time and eyes sparkling with ancestral knowledge, Now Explore best of mammaksa afaan oromoo 2024
Ejersa halaalaarra qobboo qe’ee wayya.
Fira dura bahan malee, fafa duraa hin bahan.
Bareedde jedhanii obboletti hin fuudhani.
Malannee bolla lama qotanne jette hantuunni.
“Yoo waraabessarraa hafte keenya” jette sareen, harreedhan.
Fuula ilaali na elmadhu jette harkuun.
Obsaan aannan goromsaa dhuga.
Bara bofti nama nyaate lootuun nama kajeelti.
Ija laaftuun dubaraa obbolessa irraa ulfoofti.
Wallaalaan bishaan keessa dhaabatee dheebota.
Yaadni hamaan nama huqqisa.
